BREAKING NEWS🇪🇹 ABIY AHMED ALI🇪🇹 /@AbdiAminBakar

#BREAKINGNEWS🇪🇹 #AbiyAhmedAli🇪🇹 Visit the Ethiopian Green Legacy pavilion at the COP28 Green Zone in @ExpoCityDubai and learn about #Ethiopia’s efforts and commitments in tackling climate change and enabling food security. ከኮፕ28 ጉባኤ ጎን ከቤልጅየም ጠቅላይ ሚኒስትር አሌክሳንደር ዴ ክሮ ጋር በኢትዮጵያ አረንጓዴ አሻራ መካነ ርዕይ/ፓቪሊዮን/በሁለትዮሽ ጉዳዮች ላይ መልካም ውይይት አድርገናል፡፡ Yaa’ii COP28 cinatti #Ministira_Muummee #Beeljiyeem, #Aleksaander Dee Kiruu waliin bakka agarsiisa ykn Paviiliyoonii Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaatti dhimmoota garlameerratti dubbanneerra. Good meeting Belgian Prime Minister Alexander De Croo at the Ethiopian Green Legacy Pavilion on the sidelines of #COP28 in an exchange on bilateral cooperation. ዛሬ የኩባውን ፕሬዝዳንት ሚግዌል ዲያዝ-ካናልን በኮፕ28 የኢትዮጵያ አረንጓዴ አሻራ መካነ ርዕይ/ፓቪሊዮን/ አግኝቻለሁ፡፡ በቱሪዝም እና ግብርና ዘርፎች ስለሚኖረን ትብብር ተውያይተናል፡፡ I met with Cuban President Miguel Diaz-Canel earlier today at the Ethiopia #COP28 Green Legacy pavilion where we discussed cooperation in the tourism and agriculture sectors. No country can effectively confront the climate challenge if debt is a burden. This is why the G20 must work to implement bolder and timely debt relief plans to help the most affected countries overcome debt distress, address climate change, and pursue more equitable and sustainable economic growth objectives. #AbdiAminBakar : #SubscribeChannel Wantoota Adduunya kana irratti na Gammachiisan Keessa Murasnii? Ofif Argachurra wanta obboleessi (Hiriyyaan) kiyya argatefin Gammadda. Rakkoo tiyyaarra Rakkoo obboleessa(Hiriyyaa) kiyyaafin rakkadhaa. Dhimma kiyya itti dhiise Dhimma hiriyya kiyyatif Furmaata barbaade hiriyyaa kiyya rakkoo isaa furutu na gammachiisa. Anaf Hiriyyaan naf bahurra, Ani yoonin hiriyyaaf bahen irra gammada Ykn Akkuma beekamu Namoota bayyeedhaf Hiriyyaan gaariin, hin bahuf, Ani Rakkina hiriyya kiyya tan inni natti himatufi tan inni dhokfate deemus hangan dandahe furufin qaba jedheetin dhiphadhee hanga Rabbiin kiyya naf laafissetti furuf yaala. Yeroo sanin gammachu argadhaa Alhamdulillahi❤️ Subscribe godhaa Oddeeffannoo Adda adda isinif qoonnaa YouTube keenyas Subscribe nufgodha Facebook Page keenya Follow Like Share godha @Abdi Amin
Back to Top