Oduufi Odeeffannoo #yaadimedianetwork #ethiopianews
Yaa’iin idil addunyaa 2ffaan dhaabbilee amantaa Finfinneetti adeemsifamaa jira
Akkam jirtan?Nageenyi Badhaadhaa! Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu ’Bunaafi Nagaa hindhabinaa’ jedhee wal-eebbisa. Maddi waan hundumaa ’Yaadi Media Network’ jedhee moggaase.
Nuti akka sabaattis ta’e akka biyyaatti waltumsuufi waldeeggaruudhaan fooyya’aa isiniif dhiyeessuu akkan danda’uuf fedhii keessaniin nadeeggaraa.
Berhanu Hurissa Heyi CBE 1000000868497.