Hidda Laatinsa Oromoo Hanga Adam Biyyeetti/ Sheikh. Muussaa Suaalaa/ @AbdiAminBakar

#Wal_barnoota_gaarii Sheikh. Muussaa Suaalaa Wajjin #Hidda_Laatinsa_Oromoo hanga Aadam Abbaa keenya kan Jalqabaa Addunyarra dhufeetti, Hidda Laatinsa Oromoo Hanga Aadamitti Baruu feenan Kunooti Hayyuun Sheikha Shekkowwanii, #Sheikh_Muussaa_Suaalaa Obsam dawwadhaa? Kottaa Ofis baraa, Walis baraa!! Dhalootas baraiisa🔊🔊❤️ #Fakkeenyaf :Ani #AbdiAminBakar, jedhama? Abdi kan Amin, Amin Kan Bakar, bakar kan Mummiyyooti, Mummiyyoo kan Haashiiti, Haashi Hadarii, Hadar kan Ibrahim, Ibrahim kan Ererii, Erer kan Biftuuti, Biftuun kan Karrayyuuti, Karrayyuu kan Sirbaati, Sirbaan kan Abbadhooti, Abbaadho kan Alaati, Alaa kan Qallooti, Qalloo kan Bareentooti, Bareentoo kan Oromooti, Oromoon kan Xabbooti, Xabbo kan Waaqooti, Waaqo kan.... #AbdiAminBakar : #SubscribeChannel Wantoota Adduunya kana irratti na Gammachiisan Keessa Murasnii? Ofif Argachurra wanta obboleessi (Hiriyyaan) kiyya argatefin Gammadda. Rakkoo tiyyaarra Rakkoo obboleessa(Hiriyyaa) kiyyaafin rakkadhaa. Dhimma kiyya itti dhiise Dhimma hiriyya kiyyatif Furmaata barbaade hiriyyaa kiyya rakkoo isaa furutu na gammachiisa. Anaf Hiriyyaan naf bahurra, Ani yoonin hiriyyaaf bahen irra gammada Ykn Akkuma beekamu Namoota bayyeedhaf Hiriyyaan gaariin, hin bahuf, Ani Rakkina hiriyya kiyya tan inni natti himatufi tan inni dhokfate deemus hangan dandahe furufin qaba jedheetin dhiphadhee hanga Rabbiin kiyya naf laafissetti furuf yaala. Yeroo sanin gammachu argadhaa Alhamdulillahi❤️ Subscribe godhaa Oddeeffannoo Adda adda isinif qoonnaa YouTube keenyas Subscribe nufgodha Facebook Page keenya Follow Like Share godha @Abdi Amin
Back to Top