Guyyaa Raadiyoo #yaadimedianetwork #ethiopianews

Guyyaan Raadiyoo Addunyaa qophiiwwan gara garaatiin kabajamaa kanaafi kan biroo hordofaa Maddi: OBN Sagalee Ummataa Akkam jirtan?Nageenyi Badhaadhaa!!Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu ’Bunaafi Nagaa hindhabinaa’ jedhee wal-eebbisa. Chaanaaliiwwan kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa, michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa,Maddi waan hundumaa yaada ’Yaadi Media Network’ jedhee lammataa ’Yezemenu Media’ jedha,Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi Oromiyaa irratti Afaan Amaaraatiin odeeffannoowwaniifi balballoomii wayitaawaatu kana irraa dhalattoonni Oromoo Afaan Oromoo hindandeenyes ta’e kanneen biroo odeeffannoo gahaa argachuu danda’,like hunda akka isin dhaqqabuu danda’uufis subscribe erga gootanii booda ’All’ kan jedhu cuqaasaa.
Back to Top